دَلَائِلُ الْخَيْرَاتِ
Agarsiiftuu Tolootaa
Om
اَلنِّيَّةُ | Intentions
اَللَّهُمَّ إِنِّي نَوَيْتُ بِالصَّلَوٰةِ عَلَى النَّبِيِّ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ امْتِثَالاً لِّأَمْرِكَ وَتَصْدِيقًا لِنَبِيِّكَ مُحَمَّدٍ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ وَمَحَبَّةً فِيهِ وَشَوْقًا إِلَيْهِ وَتَعْظِيمًا لِّقَدْرِهِ وَلِكَوْنِهِ أَهْلاً لِّذَلِكَ
Yaa Allah, ani ajaja kee guutuuf, Nabiyyii kee Muhammad (SAW) dhugoomsuuf, jaalala isaa fi kabaja isaatiif jecha salawaata buusuu niyyadheera
فَتَقَبَّلْهَا مِنِّي بِفَضْلِكَ وَإِحْسَانِكَ وَأَزِلْ حِجَابَ الْغَفْلَةِ عَنْ قَلْبِي وَاجْعَلْنِي مِنْ عِبَادِكَ الصَّالِحِينَ.
Tolaa fi arjummaa keetiin na duraa qabadi, onnee koo irraa haguuggii daguu kaasii, gabroottan kee gaggaarii keessatti na ramadi
اَللَّهُمَّ زِدْهُ شَرَفًا عَلَىٰ شَرَفِهِ الَّذِيٓ أَوْلَيْتَهُ. وَعِزًّا عَلَىٰ عِزِّهِ الَّذِيٓ أَعْطَيْتَهُ.
Yaa Allah, kabaja isaaf kennite irratti kabaja dabalii, ulfina isaaf laatte irratti ulfina dabalataa laadhuuf
وَنُورًا عَلَىٰ نُورِهِ الَّذِي مِنْهُ خَلَقْتَهُ وَأَعْلِ مَقَامَهُ فِي مَقَامَاتِ الْمُرْسَلِينَ. وَدَرَجَتَهُ فِي دَرَجَاتِ النَّبِيئِينَ.
Ifa isaa isa irraa isa uumte irratti ifa dabaliif, sadarkaa isaa sadarkaa ergamtootaa fi nabiyyootaa keessatti ol kaasi
وَأَسْئَلُكَ رِضَاكَ وَرِضَاهُ يَا رَبَّ الْعَالَمِينَ. مَعَ الْعَافِيَةِ الدَّآئِمَةِ وَالْمَوْتِ عَلَى الْكِتَابِ وَالسُّنَّةِ وَالْجَمَاعَةِ وَكَلِمَتَيِ الشَّهَادَةِ عَلَىٰ تَحْقِيقِهَا مِنْ غَيْرِ تَبْدِيلٍ وَّلَا تَغْيِيرٍ.
Yaa Gooftaa aalamaa, jaalala keetii fi kan isaa, fayyaa guutuu, Kitaaba, Sunnaa fi Jamaa'aa irratti du'uu fi shahaadaa dhugaa naaf laadhu
وَاغْفِرْ لِي مَا ارْتَكَبْتُهُ بِفَضْلِكَ وَجُودِكَ وَكَرَمِكَ يَآ أَكْرَمَ الْأَكْرَمِينَ.
Waan ani hojjadhe mara tola keetii fi arjummaa keetiin naaf dhiisi, yaa hunduma caalaa arjaa taate
وَصَلَّى اللَّهُ عَلَىٰ سَيِّدِنَا مُحَمَّدٍ خَاتَمِ النَّبِيِّينَ وَإِمَامِ الْمُرْسَلِينَ. وَعَلَىٰٓ ءَالِهِ وَصَحْبِهِ أَجْمَعِينَ. وَسَلَامٌ عَلَى الْمُرْسَلِينَ. وَالْحَمْدُ لِلَّهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ.
Eebbii fi nageenyi Rabbii Muhammad, xumura nabiyyootaa, maatii fi saahiboota isaanii irratti haa jiraatu, galanni kan Rabbii aalamaati