بَحِبَّك وَ بَرِيدَك
Sin Jaalladha, Sin Hawwas
Om
Om
بَحِبَّك وَ بَرِيْدَك
وَاتْمَنَّى أَبُوس إِيدَك
Siin jaalladha siin hawwas
Harkakee kabajamaa dhungachuu nan hawwa
خَدَّامَك وَمُرِيدَك
يَا جَدَّ الْحَسَنَيْن
Tajaajilaa kee fi hordoftuu keeti
Yaa akaakayyuu Hasanoota lamaanii
حَبِيْبِي مُحَمَّد
مَفِيشْ زَيُّه اتْنِين
Jaalallee koo Muhammad
Kan akka isaa lammaffaan hin jiru
حُبُّه سَاكِن قَلْبِي
يَزِيد كُلِّ اتْنَيْنِ
Jaalalli isaa onnee koo keessa jiraata
Yeroo hunda dabalamaa deema
جَمَالُه وَ دَلَالُه
مِتْغَطِي بْجَلَالُه
Bareedumasaa fi gubloomnisaa
Ulfina isaatiin haguugameera
وَتِقْعُد قْبَالُه
تُشُوفْهُم الِاتْنَيْن
Fuuldura isaa yommuu teessu
Lamaanuu walitti argita
بَحِبَّك وَ بَرِيْدَك
وَاتْمَنَّى أَبُوس إِيدَك
Siin jaalladha siin hawwas
Harkakee kabajamaa dhungachuu nan hawwa
خَدَّامَك وَمُرِيدَك
يَا جَدَّ الْحَسَنَيْن
Tajaajilaa kee fi hordoftuu keeti
Yaa akaakayyuu Hasanoota lamaanii
يَا أَجْمَل هَدِيَّة
مِنْ رَبِّ الْبَرِيَّة
Yaa kennaa hunda caalaa bareedduu
Gooftaa uumama hundaa biraa
لِكُلِّ الدُّنْيَا دِيَّا
يَا جَدَّ الْحَسَنَيْن
Addunyaa kana hundaaf kan ergamte
Yaa akaakayyuu Hasanoota lamaanii
مَاهْوِنْتَ قَمَرْهَا
وَانْتَ اللِّي مُنَوِرْهَا
Ati ji'a isheeti
Ati isuma ishee ibsudha
وَمْفَتَاح اسَرَارْهَا
يَا جَدَّ الْحَسَنَيْن
Sona iccitiiwwan isheetis
Yaa akaakayyuu Hasanoota lamaanii
بَحِبَّك وَ بَرِيْدَك
وَاتْمَنَّى أَبُوس إِيدَك
Siin jaalladha siin hawwas
Harkakee kabajamaa dhungachuu nan hawwa
خَدَّامَك وَمُرِيدَك
يَا جَدَّ الْحَسَنَيْن
Tajaajilaa kee fi hordoftuu keeti
Yaa akaakayyuu Hasanoota lamaanii
حَبِيبِي وَعْنَيَّا
أَحْمَد ضَيّ عْنَيَّا
Jaalallee koo fi ija koo
Ahmad ifa ija kooti
أَنْتَ الْغَالِي عَلَيَّا
يَا جَدَّ الْحَسَنَيْن
Ati anaaf baay'ee qaaliidha
Yaa akaakayyuu Hasanoota lamaanii
وَبِنْتَك الْبَتُول
يَا عُيُونَ الرَّسُول
Intallikee qulqulleittii sanaan
Yaa quufa ija Ergamaa
نَرْجُو مِنْكُم قَبُول
يَا جَدَّ الْحَسَنَيْن
Isin biraa fudhatama nan abdadha
Yaa akaakayyuu Hasanoota lamaanii
بَحِبَّك وَ بَرِيْدَك
وَاتْمَنَّى أَبُوس إِيدَك
Siin jaalladha siin hawwas
Harkakee kabajamaa dhungachuu nan hawwa
خَدَّامَك وَمُرِيدَك
يَا جَدَّ الْحَسَنَيْن
Tajaajilaa kee fi hordoftuu keeti
Yaa akaakayyuu Hasanoota lamaanii
شُوفْتُه أَنِي قُصَادِي
اتْكَسَفْت أَنَادِي
Yommuun fuuldura kootti isa argu
Waamuu nan saalfadhe
وِبْقَلْبِي سُهَادِي يَا جَدِّي
يَا جَدَّ الْحَسَنَيْن
Onneen koo dharraan boqonnaa dhabus yaa akaakayyuu koo
Yaa akaakayyuu Hasanoota lamaanii
يِنْدَهْلِي وَاجِيلُه
يِفْرِشْلِي مَنْدِيلُه
Na waama ani nan dhufaaf
Maraxaa isaa naa diriirsa
حَبِيبِي أَنَادِيلُه
يَا جَدَّ الْحَسَنَيْن
Jaalallee koo isan waama
Yaa akaakayyuu Hasanoota lamaanii