إِنَّ فِي الْجَنَّةِ نَهْرًا مِنْ لَبَنْ
Dhugumaan Jannata Keessa Laga Aannan Jira
لَا إِلٰهَ إِلَّا اللّٰه للّٰه اللّٰه
لَا إِلٰهَ إِلَّا اللّٰه جُدْ عَلَيْنَا
Jannata keessa, laga aannan jiru
Aliif, Husseeniif, Hasanif
إِنَّ فِي الْجَنَّةِ نَهْرًا مِنْ لَبَنْ
لِعَلِّىٍ وَحُسَيْنٍ وَحَسَنْ
Jaallachuun maatii Nabiitiif dirqama nuuf
Jaallachuun kunis qorannoof hin sodaatu
حُبُّ أَهْلِ البَيْتِ فَرْضٌ عِنْدَنَا
وَبِهَذَا الحُبِّ لَانَخْشَ المِحَنْ
Namni kamiyyuu isaan jaallatu
Jannata seena gadda malee
كُلُّ مَنْ كَانَ مُحِبًّا لَهُمُ
يَدْخُلُ الْجَنَّةَ مِنْ غَيْرِ حَزَنْ