يَا مَرْحَبًا بِالْهَاشِمِيَّةِ
Yaa Marhabaa Haashimiyyittii!
Om
Om
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
أَنْتِ الشَّرِيفَةُ وَالْكَرِيمَةُ
وَالْكَثِيرَةُ لِلصِّيَامِ
Ati qulqulluudha kabajamaadha
sooma baay'iftuu fi obsituudha
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
هَلْ فِي الْوَرَى جَدٌّ كَجَدِّكِ
أَحْمَدَ خَيْرِ الْأَنَامِ
Uumama keessa akaakayyuun kan kee gahu jiraa?
Ahmad uumama hunda caalu san
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
هَلْ فِي الْوَرَى أُمٌّ كَأُمِّكِ
نُورُهَا يَجْلُو الظَّلَامَ
Uumama keessa haati kan kee gahu jiraa?
kan ifti ishee dukkana hunda saaqu
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
وَأَبُوكِ حَيْدَرُ مَنْ لَهُ
بَأْسٌ لَدَى حَرْبِ اللِّئَامِ
Abbaan kee Haydari (Alii) dha
kan waraana hamootaa keessatti humna jabaa qabu
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
يَا مَرْحَبًا بِالْحِبِّ زَيْنِ
الْعَابِدِينَ عَلَى الدَّوَامِ
Baga dhufte yaa jaallatamaa
faaya abidootaa (Zaynal Aabidiin) yeroo hunda
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
مَنْ كَانَ يَلْقَى مَا يُرِيدُ
بِدَارِهِ فِي كُلِّ عَامٍ
Nama waan fedhe hunda argatu
waggaa hunda mana isaa keessatti
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
وَصَلَاتُهُ أَلْفٌ مِنَ
الرَّكَعَاتِ فِي يَوْمٍ تُقَامُ
Salaanni isaas kuma tokko
raka'aawwan guyyaa tokko keessatti dhaabamu
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
نَبَوِيَّةٌ وَسُكَيْنَةٌ
أُخْتَيْهِ مِنْ خَيْرِ الْأَنَامِ
Nabawiyyaa fi Sukaynaan
obboleeyyan isaa uumama hunda caalan irraayi
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
وَرُقَيَّةٌ وَنَفِيسَةٌ
أَنْفَاسُهُمْ مِسْكُ الْخِتَامِ
Ruqayyaa fi Nafiisaan
hafuurri isaanii shittoo xumuraati
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
وَكَذَاكَ عَائِشَةُ الَّتِي
مِنْ جَعْفَرٍ ذَاتُ الْمَقَامِ
Akkasumas Aa'ishaa ishee
intala Ja'far taate iddoo guddaa qabdu
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
مُوسَى وَبَاقِرُ جَعْفَرٌ
أَهْلُ الْمَوَدَّةِ وَالسَّلَامِ
Muusaa, Baaqirii fi Ja'far
warra jaalalaa fi nageenyaati
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
آلَ النَّبِي نَوَدُّهُمْ
وَبِوِدِّهِمْ نَلْقَى الْمَرَامَ
Maatii Nabiyyii ni jaallanna
jaalala isaaniitiin fedhii keenya arganna
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
أَنْتُمْ كِرَامٌ وَالْكِرَامُ
لَهُمْ لَدَى اللهِ احْتِرَامُ
Isin arjoomota kabajamoodha
warri arjoomota ta'an Rabbi biratti kabaja qabu
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
مَنْ جَاءَ يَسْعَى نَحْوَكُمْ
للهِ حَقًّا لَا يُضَامُ
Nama gara keessan tattaafataa dhufe
Rabbiif jecha dhugumatti hin miidhamu
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
إِجْعَلْ رِضَاكَ عَلَيْهِمُ
يَا رَبِّ فِي دَارِ السَّلَامِ
Jaalala kee isaaniirratti godhi
yaa Gooftaa koo mana nageenyaa keessatti
يَا رَبِّ صَلِّ عَلَى النَّبِي
مُحَمَّدٍ خَيْرِ الْأَنَامِ
Yaa Gooftaa ko rahmata Nabiyyiirratti buusi
Muhammad uumama hunda caalu sanarratti
مَا الْجَعْفَرِيُّ أَحَبَّهُمْ
يَرْجُو بِذَا حُسْنَ الْخِتَامِ
Hamma Ja'fariin isaan jaallatutti
kanaan xumura gaarii kajeelaa