حَبِيبَنَا الْمُصْطَفَى
Jaallatamaa Keenya Filatamaa
Om
حَبِيبَنَا الْمُصْطَفَى صَلُّوا عَلَى نَبِيِّنَا
وَجْهُهُ مِثْلُ قَمَرٍا وَسِرَاجًا مُنِيرا
Jaalallee keenya filatamaa, Nabiyyii keenya irratti salawaata buusaa
Fuulli isaa akka ji'aa fi ibsaa calaqqisuuti
يَا مَنْ بُعِثْتَ لَنَا فِي الْوُجُودِ سَبِيلًا
يَا شِفَاءَ رُوحِي يَا مُحَمَّدُ وَقَلْبِي الْعَلِيلَ
Yaa isa uumama keessatti karaa taatee nuuf ergamte
Yaa qoricha lubbuu kootii fi qalbii koo dhukkubsattuu, yaa Muhammad
فَاضَ الْقَلْبُ شَوْقًا وَحُبًّا لَكَ يَا رَسُولًا
يَا رَحْمَةً مِنْ عِنْدِ اللهِ لِكُلِّ الْعَالَمِينَ
Onneen koo jaalala keetii fi hawwii keetiin guutte, yaa Ergaamaa
Yaa rahmata Rabbii biraa addunyaa hundaaf dhufe
أَحْسَنُ مِنْكَ لَمْ نَرَ فِي الْكَوْنِ مَثِيلًا
فَضَّلَكَ اللهُ عَنْ كُلِّ خَلْقِهِ أَعْظَمَ تَفْضِيلًا
Kan akka keetii bareedu uumama keessatti takkaa hin agarre
Rabbiin uumama hunda irra caalmaya guddaadhaan si caalchise
أَكْحَلَ الْعَيْنَيْنِ كُلُّ الْكَوْنِ رَآكَ انْحَنَى
مَشَيْتُ عَلَى هَدْيِ الْأَحْمَدِ وَأَنَا أُحِبُّ مُحَمَّدًا
Yaa ija kuluulaa, uumamni hundi yommuu si argu gadi jedhe
Karaa Ahmad irra nan deeme, ani Muhammadiin nan jaalladha
كَامِلِ الْأَوْصَافِ طه وَشَمْسٌ فِي ضُحَاهَا
سَالَتْ دُمُوعُ الْعَيْنِ اللهَ فِي مَدْحِ رَسُولِ اللهِ مُحَمَّدْ
Amala guutuu qaba Ṭāhā, akka aduu ganama iftuuti
Faaruu ergamaa Rabbii Muhammad keessatti imimmaan ijaa lola'e