يَا خَلِقَا الْأَكْوَانْ بِا لْلُّطْفِ عَامِلْنِي
Yaa Uumaa Addunyaawwanii, Tola Keetiin Na Qabi
Om
يَا خَلِقَا الْأَكْوَانْ
بِا لْلُّطْفِ عَامِلْنِي
Yaa Uumaa uumama hundaa
gaarummaa keetiin na bulchi
مَا لِيْ عَمَلْ يُرْضِيْكْ
أَنْتَ الْغَنِيْ عَنِّي
Dalagaa si gammachiisu hin qabu
Ati ana irraa dureessa
يَا وَاهِبَ الْإِحْسَانْ
تَقْوَاكَ أَلْهِمْنِي
Yaa Kennituu tolaa
sodaa kee na hammaarsisi
قَدْ خَابَ الَّذِيْ يَعْصِيْكْ
سُبْحَانَكَ ارْحَمْنِي
Namni si dide dhuguma hoonga'e
Qulqullummaan kan keeti naa maari
يَا خَلِقَا الْأَكْوَانْ
بِا لْلُّطْفِ عَامِلْنِي
Yaa Uumaa uumama hundaa
gaarummaa keetiin na bulchi
مَا لِيْ عَمَلْ يُرْضِيْكْ
أَنْتَ الْغَنِيْ عَنِّي
Dalagaa si gammachiisu hin qabu
Ati ana irraa dureessa
بِمَنْ حَوَى الأَنْوَارْ
وَالْفَضْلَ وَالأَسْرَارْ
Isa ifa hundaa of keessatti qabateen
tolaafi iccitiiwwaniin
أَحْمَدْ ضِيَا الأَبْصَارْ
مَنْ مَدْحُهُ فَنِِّي
Ahmadiin ifa ija keenyaa
kan faaruun isaa ogummaa kooti
يَا خَلِقَا الْأَكْوَانْ
بِا لْلُّطْفِ عَامِلْنِي
Yaa Uumaa uumama hundaa
gaarummaa keetiin na bulchi
مَا لِيْ عَمَلْ يُرْضِيْكْ
أَنْتَ الْغَنِيْ عَنِّي
Dalagaa si gammachiisu hin qabu
Ati ana irraa dureessa
يَا رَبُّ يَا رَحْمَنُ
صَلِّ يَا ذَا المَنِّ
Yaa Gooftaa yaa Arjaa
Rahmata buusi yaa Abbaa Tolaa
عَالْرُّوحِ فِي الأَبْدَانْ
وَالْنُّورِ فِي العَيْنِ
Lubbuu qaama keessa jirtu irratti
fi ifa ija keessa jiru irratti
يَا خَلِقَا الْأَكْوَانْ
بِا لْلُّطْفِ عَامِلْنِي
Yaa Uumaa uumama hundaa
gaarummaa keetiin na bulchi
مَا لِيْ عَمَلْ يُرْضِيْكْ
أَنْتَ الْغَنِيْ عَنِّي
Dalagaa si gammachiisu hin qabu
Ati ana irraa dureessa
مَا شَعْشَعَتْ أَنْوَارْ
مِنْ رَوْضَةِ الْمُخْتَارْ
Hamma ifni calaqqisutti
mooraa (Raawdaa) isa filatamaa irraa
وَغَرَّدَتْ أَطْيَارْ
تَشْدُو عَلَى الغُصْنِ
Hammarree simbirroonni weeddisanitti
dameewwan irratti faarsaa