لَمْ يَخْلُقِ الرَّحْمَنُ مِثْلَ مُحَمَّدٍ
Ar-Rahmaan fakkaataa Muhammad hin uumne.
Om
لَمْ يَخْلُقِ الرَّحْمَنُ مِثْلَ مُحَمَّدٍ
بَيْنَ الْوَرَى بَشَراً عَلَى الْإِطْلَاقِ
Ar-Rahmaan fakkaataa Muhammad hin uumne
Uumama hunda keessaa nama tokkoyyuu gonkumayyuu
كَلَّا وَلَا عَرَفَ الْخَلَائِقُ قَدْرَهُ
مَا فَوْقَهُ حَقّاً سِوَى الْخَلَّاقِ
Lakki, uumamni guddina isaa hin hubanne
Dhugumaan isaa ol Uumaa malee homtuu hin jiru
مَاذَا أَقُولُ بِوَصْفِهِ وَمَدِيحِهِ
وَسَنَاهُ دَوْماً بَاهِرُ الْإِشْرَاقِ
Ibsaafi faaruu isaa keessatti maalan jedha?
Calaqqisni isaa yoomuu ifa ajaa'ibaatiin calaqqisa
وَهُوَ الَّذِي لِلْخَلْقِ أُرْسِلَ رَحْمَةً
وَأَتَى يُتَمِّمُ مَكَارِمَ الْأَخْلَاقِ
Inni uumama hundaaf rahmata ta'ee kan ergameedha
Amala gaarii guutuufis dhufeera