رَضِينَا يا بَنِي الزَّهْرَا رَضِينَا
Gammanneerra yaa ilmaan Al-Zahraa gammanneerra
Om
رَضِينَا يا بَنِي الزَّهْرَا رَضِينَا
بِحُبٍّ فيكُمُوا يُرْضي نَبِينَا
Ya ijoollee Zahraa gammanneerra nuti
Jaalala isiniif qabnuun kan Nabiyyii keenya gammachiisuun
رضينا بالنبيِّ لنا إمَامًا
وأنْتُم آلُهُ وبِكُمْ رَضِينَا
Nabiyyicha imaama keenya gochuun jaallanneerra
Isinis maatii isaati isiniinis gammanneerra
وبالسِّبْطِ الحُسَيْنِ كَذَا أخُوهُ
وَحَيْدَرُ ثُمَّ زَيْنُ العَابِدِينَا
Huseeyni akkoo Nabiyyichaatiin fi obboleessa isaa
Akkasumas Haydar sana booda Zeeynu Al-Aabidiiniin
رَضِينَا يا بَنِي الزَّهْرَا رَضِينَا
بِحُبٍّ فيكُمُوا يُرْضي نَبِينَا
Ya ijoollee Zahraa gammanneerra nuti
Jaalala isiniif qabnuun kan Nabiyyii keenya gammachiisuun
وَزَيْنَبُ مَنْ لها فَضْلٌ سَمِيٌّ
سُلاَلَةُ أَحْمَدٍ في الطَّيِّبِينَا
Zeeynab ishee qulqullummaa ol-aanaa qabdu
Sanyii Ahmadi kan namoota gaggaarii keessatti
لها نُورٌ يُضِيءُ كَمِثْلِ شَمْسٍ
من المُخْتَارِ نَشْهَدُهُ مُبِينَا
Ifa akka biiftuu calaqqisu qabdi
Kan filatamaa irraa ta'e kan ifatti arginu
رَضِينَا يا بَنِي الزَّهْرَا رَضِينَا
بِحُبٍّ فيكُمُوا يُرْضي نَبِينَا
Ya ijoollee Zahraa gammanneerra nuti
Jaalala isiniif qabnuun kan Nabiyyii keenya gammachiisuun
لها جُودٌ لها كَرَمٌ وعَطْفٌ
حَوَتْ فَضْلاً يُرَى للمُنْصِفِينَا
Arjummaa, danda'uu fi gara-laafummaa qabdi
Qulqullummaa namoota haqaa biratti mul'atu qabattee jirti
أمير المؤمنين أَبُوكِ حَقًّا
عَلِيٌّ سَادَ جَيْشَ العَارِفِينَا
Amiirul Mu'miniin dhugumatti abbaa keeti
Aliyyi kan hoggantuu beektotaa ta'e
رَضِينَا يا بَنِي الزَّهْرَا رَضِينَا
بِحُبٍّ فيكُمُوا يُرْضي نَبِينَا
Ya ijoollee Zahraa gammanneerra nuti
Jaalala isiniif qabnuun kan Nabiyyii keenya gammachiisuun
وأُمُّكِ بَضْعَةُ المُخْتَارِ طَهَ
مُحَبَّبَةٌ إلى الهادي نبينا
Haati kee kutaa qaama filatamaa Xaahaati
Ishee gara hogganticha nabiyyii keenyaatti jaallatamtuudha
وكَانَ المُصْطَفَى يَحْنُو عَلَيْهَا
حُنُوَّ مَوَدَّةٍ عَطْفًا وَلِينَا
Al-Mustafaan isheetti gadi jedha ture
Gadi jecha jaalalaa, gara-laafummaa fi laafinaa
رَضِينَا يا بَنِي الزَّهْرَا رَضِينَا
بِحُبٍّ فيكُمُوا يُرْضي نَبِينَا
Ya ijoollee Zahraa gammanneerra nuti
Jaalala isiniif qabnuun kan Nabiyyii keenya gammachiisuun
وجَاءَ حَدِيثُهُ يُتْلَى جِهَارًا
لَقَدْ سَادَتْ نِسَاءَ العَالَمِينَا
Hadiisni isaas ifatti dubbifamaa dhufe
Dhugumatti isheen hoggantuu dubartoota addunyaati
إذا اشْتَقْنَا إلى خَيْرِ البَرَايَا
أَتَيْنَاكُمْ مُشَاةً رَاكِبِينَا
Yoo uumama hunda caalu hawwine
Miilaan ykn fardaan gara keessan dhufna
رَضِينَا يا بَنِي الزَّهْرَا رَضِينَا
بِحُبٍّ فيكُمُوا يُرْضي نَبِينَا
Ya ijoollee Zahraa gammanneerra nuti
Jaalala isiniif qabnuun kan Nabiyyii keenya gammachiisuun
فأنتم منه بالأسرار جِئْتُمْ
وَجِئْنَاكُمْ فَشَاهَدْنَا الأَمِينَا
Isin iccitiiwwan isaa irraa dhuftan
Nutis isiniin dhufne amanamicha argine
وشَاهَدْنَا لديكم كُلَّ خَيْرٍ
وشَاهَدْنَا أُلُوفًا زَائرِينَا
Isin biratti gaarii hunda argine
Akkasumas kumaatama ziyaartootaa argine
رَضِينَا يا بَنِي الزَّهْرَا رَضِينَا
بِحُبٍّ فيكُمُوا يُرْضي نَبِينَا
Ya ijoollee Zahraa gammanneerra nuti
Jaalala isiniif qabnuun kan Nabiyyii keenya gammachiisuun
بإخْلاَصٍ وتوحيد ودِينٍ
أَتَوْكُمْ سَادَتِي مُتَبَرِّكِينَا
Ikhlaasa, tawhiidaa fi amantiidhaan
Gooftolii koo barakaa barbaadaa isiniin dhufan
تُذَكِّرُهُمْ مَشَاهِدُكُمْ جِنَانًا
بِرَوْضَةِ جَدِّكُمْ لِلْوَفِدِينَا
Bakkeen keessan jannata isaan yaadachiisa
Boggee akaakayyuu keessanii keessatti namoota dhufaniif
رَضِينَا يا بَنِي الزَّهْرَا رَضِينَا
بِحُبٍّ فيكُمُوا يُرْضي نَبِينَا
Ya ijoollee Zahraa gammanneerra nuti
Jaalala isiniif qabnuun kan Nabiyyii keenya gammachiisuun
فَرَوْحٌ مِنْهُ والرَّيْحَانُ يأتي
لِزُوَّارٍ أَتَوْكُمْ مُخْلِصِينَا
Qabbanni fi urgooftuun isaa irraa dhufa
Ziyaartoota qulqullummaan isiniin dhufaniif
فأنتم مِنْهُ والذِّكْرَى لَدَيْكُمْ
برُؤيَاكُمْ تُرَى للمُؤْمِنِينَا
Isin isaa irraayi yaadannoon isaa isin bira jira
Isin arguun mu'mintootaaf akka waan isa arguuti
رَضِينَا يا بَنِي الزَّهْرَا رَضِينَا
بِحُبٍّ فيكُمُوا يُرْضي نَبِينَا
Ya ijoollee Zahraa gammanneerra nuti
Jaalala isiniif qabnuun kan Nabiyyii keenya gammachiisuun
فَبَابُ العِلْمِ والدُكُمْ عَلِيٌّ
له سَيْفٌ أَبَادَ الكَافِرِينَا
Balballi beekumsaa abbaa keessan Aliyyi
Guraada kuffaara balleesse qaba
فَمِنْ دَمْعٍ لأرضٍ قد رَوَيْنَا
مِنَ الأَشْوَاقِ نَحْوَ الأَكْرَمِينَا
Imimmaan kanaan lafa obaafneerra
Hawwii isin warra kabajamoo biraa qabnuun