فَيَا نَفَحَاتِ اللهِ يَا عَطَفَاتِهِ
O Divine Breaths of Allah, O His Affections
Om
فَيَا نَفَحَاتِ اللهِ يَا عَطَفَاتِهِ
وَيَا جَذَبَاتِ الْحَقِّ جُودِي بِزَوْرَةِ
Yaa urgaa tola Rabbii yaa gara-laafummaa Isaa
Yaa harkifannaa dhugaa nu gaafachuu arjoomi
وَيَا نَظَرَاتِ اللّهِ يَا لَحَظَاتِهِ
وَيَا نَسَمَاتِ اللُّطْفِ أُمِّى بِهَبَّةِ
Yaa mil'annoo Rabbii yaa xiyyeeffannoo Isaa
Yaa qilleensa lallafaa tolaa nu qaqqabi
وَيَا غَارَةَ الرَّحْمَانِ جُدِّىْ بِسُرْعَةِ
إِلَيْنَا وَحُلِّى عَقْدَ كُلِّ مُلِمَّةِ
Yaa birmannaa Rahmaan ariitiin nuu arjoomi
Gara keenya kottuu hiiki hidhaa rakkoo hunda
وَيَا رَحْمَةَ الرَّبِّ الرَّحِيْمِ تَوَجَّهِىْ
وَأَحْيِىْ بِرُوْحِ الفَضْلِ كُلَّ رَمِيْمَةِ
Yaa rahmata Gooftaa mararfataa gara keenya qajeeli
Hafuura tolaatiin jiraachisi waan tortore hunda
وَيَاكُلَّ أَبْوَابِ الْقَبُولِ تَفَتَّحِىْ
فَإِنَّ مَطَايَا الْقَصْدِ نَحْوَكَ أَمَّتِ
Yaa balbaloota fudhatamaa hunda banamaa
Fe'umni kaayyoo gara keessanitti qajeeleeraatii
وَيَاسُحُبَ الْجُوْدِ الْإِلَهِيِّ أَمْطِرِىْ
فَإِنَّ أَكُفَّ الْمَحْلِ تِلْقَاكِ مُدَّتِ
Yaa duumessawwan arjummaa Waaqaa nuu roobaa
Harka ongee gara keessanitti diriireeraatii
بِحُرْمَةِ هَادِيْنَا وَمُحْيِيْ قُلُوْبِنَا
وَمُرْشِدِنَا نَهْجَ الطَّرِيْقِ الْقَوِيْمَةِ
Kabaja qajeelchaa keenyaa fi jiraachisaa onnee keenyaatiin
Kan karaa qajeelaa nu qajeelchuun
دَعَانَا إِلَى حَقٍّ بِحَقٍّ مُنَزَّلٍ
عَلَيْهِ مِنَ الرَّحْمَانِ أَفْضَلَ دَعْوَةِ
Dhugaatti nu waame dhugaa buufameeniin
Rahmaan irraa, waamicha hunda caaluun
أَجَبْنَا قَبِلْنَا مُذْعِنِيْنَ لِأَمْرِهِ
سَمِعْنَا أَطَعْنَا عَنْ هُدىً وَبَصِيْرَةِ
Ajaja isaatiif kan jinnu taanee awwaanne, fudhanne
Qajeelfamaa fi hubannoon dhageenyee ajajamne
فَيَارَبِّ ثَبِّتْنَا عَلَى الْحَقِّ وَالْهُدَى
وَيَارَبِّ اِقْبِضْنَا عَلَى خَيْرِ مِلَّةِ
Yaa Gooftaa dhugaa fi qajeeluma irratti nu gadi dhaabi
Yaa Gooftaa amantii hunda caalu irratti nu fudhadhu
وَعُمَّ أُصُوْلاً وَالْفُرُوْعَ بِرَحْمَةٍ
وَأَهْلاً وَأَصْحَاباً وَكُلَّ قَرَابَةِ
Hundee fi dameewwan hunda rahmataan wal gahi
Maatii, saahiboota fi fira hunda
وَسَائِرِ أَهْلِ الدِّيْنِ مِنْ كُلِّ مُسْلِمٍ
أَقَامَ لَكَ التَّوْحِيْدَ مِنْ غَيْرِ رِيْبَةِ
Warra amantii hunda Muslimoota irraa
Kan tokkummaa Kee shakkii malee dhaaban
وَصَلِّ وَسَلِّمْ دَائِمَ الدَّهْرِ سَرْمَداً
عَلَى خَيْرِ مَبْعُوْثٍ إِلَى خَيْرِ أُمَّةِ
Nagaa fi rahmata bara baraan buusi
Ergamaa hunda caalu, uummata hunda caalu irratti
مُحَمَّدٍ الْمَخْصُوْصِ مِنْكَ بِفَضْلِكَ
الْعَظِيْمِ وَإِنْزَالِ الْكِتَابِ وَحِكْمَةِ
Muhammad kan tola Kee guddaadhaan adda baafame
Kitaaba buufamee fi ogummaa waliin