رَبِّي لَهُ الْأَسْمَاءُ الْحُسْنَى
Rabbii kiyyaaf maqoota babbareedootu jira.
Om
رَبِّي لَهُ الْأَسْمَاءُ الْحُسْنَى
تُسَبِّحْ لَهُ الْأكْوَانْ
Gooftaan koo maqoota babbareedoo qaba
Uumamni hundi Isatti galata galcha
إِلَيْهِ يَرْجِعُ كُلُّ أَمْرٍ
كُلُّ زَمَانٍ وَكُلَّ مَكَانْ
Dhimmi hundi gara Isaatti deebi’a
Yeroo hundaa fi bakka hundatti
إِذَا دَعَوْتْ فَادْعُ الْإِلَهْ
وَإِنِ اسْتَجَرْتَ فَلُذْ بِاللَّهْ
Yoo kadhatte Rabbii tokkicha kadhu
Yoo maganfatte Rabbitti maganfadhu
مَا لَنَا مَوْلًى سِوَاهْ
عَفُوٌّ كَرِيمٌ وَرَحْمَانْ
Nuti Isa malee gargaaraa hin qabnu
Araaramaa, arjaa fi rahmata qabeessa
رَبِّي لَهُ الْأَسْمَاءُ الْحُسْنَى
تُسَبِّحْ لَهُ الْأكْوَانْ
Gooftaan koo maqoota babbareedoo qaba
Uumamni hundi Isatti galata galcha
إِلَيْهِ يَرْجِعُ كُلُّ أَمْرٍ
كُلُّ زَمَانٍ وَكُلَّ مَكَانْ
Dhimmi hundi gara Isaatti deebi’a
Yeroo hundaa fi bakka hundatti
اتَّقِ اللَّهْ وَلَهُ اِصْبِرْ
فَالْصَّبْرُ فِي الْعُقْبَى حَمِيدْ
Rabbii sodaadhu, Isaafis obsi
Obsi dhumti isaa galateeffamaadha
وَتَزَوَّدْ عِلْمًا وَبَيَانًا
مِنَ الْسُّنَّةِ وَالْقُرْآنْ
Beekumsaa fi ibsa galaa godhadhu
Sunnaa fi Qur’aana irraa