دَاوِينِي يَا نُورَ الْحَي
Na fayyisi yaa ifa jiraataa
Om
دَاوِينِي يَا نُورَ الْحَي
دَاوِينِي وَانْظُرْ إِلَي
Na wal'aani yaa ifa Jiraataa
Na wal'aani gara kootti mil'adhu
دَاوِينِي دَاوِي
يَا نُورَ الْحَي
Na wal'aani na wal'aani
Yaa ifa Jiraataa
يَا مُحَمَّدْ أَنْتَ الْمَحْبُوبْ
وَلِأَجْلَكْ نِلْنَا الْمَطْلُوبْ
Yaa Muhammad ati jaallatamaadha
Sababa keetiif fedhii keenya arganne
بِمَدْحَكْ تَشْتَاقُ الْقُلُوبْ
تُنْجِينَا بِيَوْمِ الْدِّينْ
Faaruu keetiin onneen si hawwiti
Guyyaa murtii nu fayyisita
دَاوِينِي يَا نُورَ الْحَي
دَاوِينِي وَانْظُرْ إِلَي
Na wal'aani yaa ifa Jiraataa
Na wal'aani gara kootti mil'adhu
دَاوِينِي دَاوِي
يَا نُورَ الْحَي
Na wal'aani na wal'aani
Yaa ifa Jiraataa
اَلْمَادِحْ بِمَدْحُ يَقُولْ
هَوَاهُ مَدْحُ الْرَّسُولْ
Faarsaan faaruu isaatiin jedha
Fedhiin isaa Ergamaa faarsuudha
لِأَجْلِهْ نِلْنَا الْقَبُولْ
شَفَاعَةْ بِيَوْمِ الْدِّينْ
Sababa isaatiif fudhatama arganne
Guyyaa murtii shafaa'aa arganne
دَاوِينِي يَا نُورَ الْحَي
دَاوِينِي وَانْظُرْ إِلَي
Na wal'aani yaa ifa Jiraataa
Na wal'aani gara kootti mil'adhu
دَاوِينِي دَاوِي
يَا نُورَ الْحَي
Na wal'aani na wal'aani
Yaa ifa Jiraataa
يَا مُحَمَّدْ أَنَا الْمَدَّاحْ
وَبِمَدْحَكْ قَلْبِي يَرْتَاحْ
Yaa Muhammad ani si faarsadha
Faaruu keetiin onneen koo boqatti
أُهْدِيكَ مَسَا وَصَبَاحْ
صَلَاةً لِيَوْمِ الْدِّينْ
Ganamaa fi galgala siif kenna
Salawaata guyyaa murtii ta'u
دَاوِينِي يَا نُورَ الْحَي
دَاوِينِي وَانْظُرْ إِلَي
Na wal'aani yaa ifa Jiraataa
Na wal'aani gara kootti mil'adhu
دَاوِينِي دَاوِي
يَا نُورَ الْحَي
Na wal'aani na wal'aani
Yaa ifa Jiraataa
يَا خَلَايِقْ صَلُّوا عَلَيْهْ
مَوْلَاكُمْ صَلَّى عَلَيْهْ
Yaa uumamaa salawaata irratti buusaa
Gooftaan keessan salawaata irratti buuseera
وَالْجِذْعُ حَنَّ إِلَيْهْ
مِنْ شُوْقُهْ أَنَّ أَنِينْ
Jirmi mukaas isa hawwite
Hawwii guddaa irraa kan ka'e iyyite
دَاوِينِي يَا نُورَ الْحَي
دَاوِينِي وَانْظُرْ إِلَي
Na wal'aani yaa ifa Jiraataa
Na wal'aani gara kootti mil'adhu
دَاوِينِي دَاوِي
يَا نُورَ الْحَي
Na wal'aani na wal'aani
Yaa ifa Jiraataa
صَلَاةٌ عَلَى الْمُخْتَارْ
وَالْآلِ ثُمَّ الْأَنْصَارْ
Salawaanni Filatamaa irratti haa ta'u
Maatii fi Ansaarota irrattis
وَالصَّحْبِ رَفِيقِ الْغَارْ
أُهْدِيهَا مَعَ النَّسْرِينْ
Sahaabotaa fi michuu godaa irratti
Urgooftuu Nasriinii waliin siif dhiyeessa