يَا رَبِّ بِهِمْ وَبِجَدِّهِمِ عَجِّلْ بِالْنَّصْرِ وَبِالْفَرَجِ
Yaa Rabbi, isaaniinii fi akaakayyuu isaaniitiin, injifannoo fi furmaata nuuf ariifachiisi.
Om
Om
يَا رَبِّ بِهِمْ وَبِجَدِّهِمِ
عَجِّلْ بِالْنَّصْرِ وَبِالْفَرَجِ
Ya Gooftaa koo isaanitiin akaakayyuu isaaniitiinis
mo'ichaa fi furaa nuuf ariifachiisi
عَجِّلْ بِالْسَّعْيِ لِنَحْوِهِمِ
تَلْقَ الْرِّضْوَانَ وَتَبْتَهِجِ
Gara isaaniitti deemuu kee ariifachiisi
jaalala argattee ni gammaddee
هُمْ أَهْلُ الْبَيْتِ أَئِمَّتُنَا
فِي الْخُلْدِ لَهُمْ أَعْلَى الْدَّرَجِ
Isaan maatii nabiyyiiti hoggantoota keenya
jannata keessatti sadarkaa ol-aanaatu isaaniif jira
يَا رَبِّ بِهِمْ وَبِجَدِّهِمِ
عَجِّلْ بِالْنَّصْرِ وَبِالْفَرَجِ
Ya Gooftaa koo isaanitiin akaakayyuu isaaniitiinis
mo'ichaa fi furaa nuuf ariifachiisi
سَلِّمْ تَسْلَمْ وَانْظُرْ عَجَبًا
تِلْكَ الْأَنْوَارُ مِنَ الْفَرَجِ
Of kenni ni naga'attii ajaa'iba ilaali
ifni sunniin furaa irraa maddani
وَاشْرَبْ وَاطْرَبْ وَانْشَقْ عَطِرًا
قَدْ فَاقَ شَذَاهُ عَلَى الْأَرَجِ
Dhugi, gammadi, urgooftuus funfaadhu
kan urgaan isaa urgooftuu hunda caale
يَا رَبِّ بِهِمْ وَبِجَدِّهِمِ
عَجِّلْ بِالْنَّصْرِ وَبِالْفَرَجِ
Ya Gooftaa koo isaanitiin akaakayyuu isaaniitiinis
mo'ichaa fi furaa nuuf ariifachiisi
قَوْمٌ سَادُوا فِي الْخُلْدِ عَلَى
أَهْلِ الْجَنَّاتِ أُولِي الْسُّرُجِ
Isaan ummata jannata keessatti mo'ani
warra jannataa kanneen ibsaa qaban irratti
وَلَهُمْ جَاهٌ وَبِجَدِّهِمُ
يَنْجُو مَنْ زَارَ فَذَاكَ نُجِي
Isaan sadarkaa qabu akaakayyuu isaaniitiinis
namni isaan gaafate ni oola, inni naga'aadha
يَا رَبِّ بِهِمْ وَبِجَدِّهِمِ
عَجِّلْ بِالْنَّصْرِ وَبِالْفَرَجِ
Ya Gooftaa koo isaanitiin akaakayyuu isaaniitiinis
mo'ichaa fi furaa nuuf ariifachiisi
أَبْشِرْ إِنْ جِئْتَ لِدَارِهِمُ
قَدْ فُزْتَ سَرِيعًا بِالْفَرَجِ
Gammadi yoo mana isaanii geesse
furaa dhiyootti argattee mo'atteerta
سَادُوا الْأَقْطَابَ لَهُمْ شَرَفٌ
يُضْوِي كَالْشَّمْسِ لَدَى الْمُهَجِ
Aktaaba caalanii kabaja guddaa qabu
kan lubbuu keessatti akka biiftuu ifu
يَا رَبِّ بِهِمْ وَبِجَدِّهِمِ
عَجِّلْ بِالْنَّصْرِ وَبِالْفَرَجِ
Ya Gooftaa koo isaanitiin akaakayyuu isaaniitiinis
mo'ichaa fi furaa nuuf ariifachiisi
اِذْهَبْ بِالْلَّيْلِ لِرَوْضَتِهِمْ
أَقْدِمْ أَسْرِعْ بِالْحُبِّ وَجِي
Halkan gara raawdaa isaanii deemi
jaalalaan dhufee ariifadhuu gahi
أَخْلِصْ لِلهِ بِزَوْرَتِهِمْ
أَخْلِصْ فِي الْسَّيْرِ بِلَا عِوَجِ
Isaan gaafachuun Rabbii qulqulleessi
deemicha keessattis dabiinsa malee qulqulleessi
يَا رَبِّ بِهِمْ وَبِجَدِّهِمِ
عَجِّلْ بِالْنَّصْرِ وَبِالْفَرَجِ
Ya Gooftaa koo isaanitiin akaakayyuu isaaniitiinis
mo'ichaa fi furaa nuuf ariifachiisi
رَاقِبْ لِلْنَّفْسِ وَشَهْوَتِهَا
إِيَّاكَ تُصَاحِبُ لِلْهَمَجِ
Lubbuu kee fi hawwii ishee eeggadhu
warra gadhee hiriyoomsuu irraa of eeggadhu
اِعْرِفْ قَدْرَ الْأَحْبَابِ وَكُنْ
عِنْدَ الْأَحْبَابِ أُولِي الْدَّرَجِ
Gatii jaalallootaa beekii jiraadhu
jaalalloota sadarkaa ol-aanaa qaban bira
يَا رَبِّ بِهِمْ وَبِجَدِّهِمِ
عَجِّلْ بِالْنَّصْرِ وَبِالْفَرَجِ
Ya Gooftaa koo isaanitiin akaakayyuu isaaniitiinis
mo'ichaa fi furaa nuuf ariifachiisi
وَاسْمَعْ مِنْهُمْ مَا تَسْمَعُهُ
إِنْ كُنْتَ سَمِيعًا وَابْتَهِجِ
Waan isaan irraa dhageessu dhaga'i
yoo kan dhaga'u taate ni gammaddee
فَهُنَاكَ لِرُوحِكَ أَسْرَارٌ
تَخْفَى الْأَسْرَارُ عَلَى السَّمِجِ
Achitti ruuhii keetiif iccitiiwwantu jiru
iccitiiwwan warra doofaa jalaa dhokatu
يَا رَبِّ بِهِمْ وَبِجَدِّهِمِ
عَجِّلْ بِالْنَّصْرِ وَبِالْفَرَجِ
Ya Gooftaa koo isaanitiin akaakayyuu isaaniitiinis
mo'ichaa fi furaa nuuf ariifachiisi
وَلِأَهْلِ الْحُبِّ مُعَتَّقَةً
كَأْسُ الْأَسْرَارِ بِلَا وَهَجِ
Warra jaalalaatiif dhugaatii moofaa qophaa'eera
xoofoo iccitii kan ho'a boba'aa hin qabne
فَاشْرَبْ مَا دُمْتَ مُحِبَّهُمُ
كَأْسًا تَنْهَاكَ عَنِ الْعِوَجِ
Hamma isaan jaallattutti dhugi
xoofoo dabiinsa irraa si dhowwu
يَا رَبِّ بِهِمْ وَبِجَدِّهِمِ
عَجِّلْ بِالْنَّصْرِ وَبِالْفَرَجِ
Ya Gooftaa koo isaanitiin akaakayyuu isaaniitiinis
mo'ichaa fi furaa nuuf ariifachiisi
لا تَسْمَعْ قَوْلَ مُكَدِّرِهَا
أَعْدَى الأَعْدَاءِ الْمُعْتَلِجِ
وَاسْمَعْ أَقْوَالَ مُحِبِّهِمِ
كَالْشَّهْدِ بِهِ أَقْوَى الْحُجَجِ
Dubbii jaalalloo isaanii dhaga'i
akka dammaa kan ragaa cimaa qabu
يَا رَبِّ بِهِمْ وَبِجَدِّهِمِ
عَجِّلْ بِالْنَّصْرِ وَبِالْفَرَجِ
Ya Gooftaa koo isaanitiin akaakayyuu isaaniitiinis
mo'ichaa fi furaa nuuf ariifachiisi
وَدَعِ الْإِنْكَارَ لِمُنْكِرِهِ
عَبْدٌ مَحْرُومٌ فِي لُجَجِ
Mormii nama mormuuf dhiisi
gabricha karrayyuu wallaalummaa keessa jiru
لَوْ شَاهَدَ نُورَ أَحِبَّتِنَا
مَا أَنْكَرَ إِنْكَارَ الْلَّجَجِ
Otoo ifa jaalalloota keenyaa argineera ta'ee
akkanatti mormii jabaadhaan hin mormu ture
يَا رَبِّ بِهِمْ وَبِجَدِّهِمِ
عَجِّلْ بِالْنَّصْرِ وَبِالْفَرَجِ
Ya Gooftaa koo isaanitiin akaakayyuu isaaniitiinis
mo'ichaa fi furaa nuuf ariifachiisi
مَا قَالَ مَقَالَةَ ذِي جَهْلٍ
مَا قَالَ مَقَالَةَ ذِي عِوَجٍ
Dubbii nama wallaalaa hin dubbatu ture
dubbii nama jal'aa hin dubbatu ture
وَصَلَاةُ اللهِ تَحِيَّتُهُ
لِلْهَادِي الْنَّاسَ إِلَى الْنَّهَجِ
Salanni Rabbii fi nagaa Isaa haa jiraatu
isa gara karaa qajeelaatti namoota qajeelchu irratti
يَا رَبِّ بِهِمْ وَبِجَدِّهِمِ
عَجِّلْ بِالْنَّصْرِ وَبِالْفَرَجِ
Ya Gooftaa koo isaanitiin akaakayyuu isaaniitiinis
mo'ichaa fi furaa nuuf ariifachiisi
وَالْآلِ جَمِيعًا سَادَتِنَا
أَهْلِ الْتَّوْفِيقِ إِلَى الْبَلَجِ
Maatii isaa hunda hoggantoota keenya irratti
warra milkaa'ina ifaatti nama geessan
مَا (صَالِحُ) يَتْلُو أَمْدَاحًا
تَضْوِي لَيْلًا مِثْلَ الْسُّرُجِ
Hamma {Saalih} faaruu dubbisutti
kan halkaniin akka ibsaatti calaqqisan