لِي فِي المَدِينَةِ أَحْبَابٌ إِذَا نَظَرُوا
I Have Beloveds In Medina; When They Gaze Upon Me
Om
لِي فِي المَدِينَةِ أَحْبَابٌ إِذَا نَظَرُوا
إِلَيَّ وَلَّتْ هُمُومِي وَانْجَلَى الضَّرَرُ
Magaalaa Madinaa keessatti jaallattoota nan qaba
Yoo isaan natti ilaalanii yaaddoon koo deemtee miidhaan ni saaqama.
وَأَصْبَحَ القَلْبُ فِي أُنْسٍ وَفِي فَرَحٍ
جَمٍّ وَصَاحَبَنِي التَّوْفِيقُ وَالظَّفَرُ
Onneen koos tasgabbii fi gammachuu
Guddaa keessa ta'ee, milkiin na waliin jirti.
يَا أَهْلَ طَيْبَةَ هَيَّا إِنَّنِي دَنِفٌ
وَإِنَّنِي لِلَّذِي أَمَّلْتُ مُنْتَظِرُ
Ya jiraattota Xayibaa koottaa ani dhukkubsataadha
Waanan abdadhus abdii dhaan nan eeggadha.
جَرَتْ عَوَائِدُكُمْ أَنَّ المُحِبَّ إِذَا
نَادَاكُمُ بِلِسَانِ الحُبِّ يَنْجَبِرُ
Amalli keessan akkasumaa, jaallatichi yeroo
Afaan jaalalaatiin isin waame ni wal'aanama.
وَالحُبُّ مِلْءُ جَنَانِي بَلْ تَجَسَّمَ فِي
شَخْصٍ عَلَى صُورَتِي إِنْ دَلَّتِ الصُّوَرُ
Jaalalli onnee koo guuteera, isayyuu
Qaama koo keessatti bifa kootiin mul'ateera.
يَا سَيِّدَ الرُّسْلِ أَدْرِكْنِي فَمَا بَقِيَتْ
لِي حِيلةٌ غَيْرُ حُبٍّ مِنْكَ مُدَّخَرُ
Ya gooftaa ergamootaa na qaqqabi, karaan biraa naaf hin hafne
Jaalala kee isa ol-kaayyadhe malee.
لِلَّهِ مِيلادُكَ الغَالِي الذِي سَعِدَتْ
بِهِ البَسِيطَةُ وَانْجَابَتْ بِهِ الغِيَرُ
Miladni kee kabajamaan sun Rabbii dha, kan ittiin
Dachiin gammade, jijjiiramni gadheenis hafe.
يَوْمٌ بِهِ ضَاءَتِ الدُّنْيَا فَمَا طَلَعَتْ
شَمْسٌ عَلَى مِثْلِهِ فِيهَا وَلَا قَمَرُ
Guyyaa addunyaan itti ifte, guyyaa akkasii irratti
Aduunis ta'e ji'i hin baane.
تَحِيَّةٌ لَكَ مِنْ قَلْبٍ مُعَطَّرَةٌ
يَزِيدُ عَرْفَ شَذَاهَا رَوْحُكَ العَطِرُ
Nagaan urgaa'aan onnee irraa siif haa ta'u
Foolii kee isa urgaa'aan kan urgoon isaa dabalamu.
وَقَائِلٍ لِيْ مَا تَشْتَاقُ قُلْتُ لَهُ
أَشْتَاقُ طَيْبَةَ شَوْقاً لَيْسَ يَنْحَصِرُ
Nama "Maal hawwita?" naan jedheef
"Xayibaan hawwa hawwii daangaa hin qabne" jedheen.
يَا قَائِدَ الجَوِّ أَنْزِلْنِي إِذَا لَمَعَتْ
لِعَيْنِكَ القُبَّةُ الخَضْرَاءُ وَالحُجَرُ
Ya oofaa qilleensaa, yeroo si natti mul'atte
Gubbee magariisaa fi kutaalee sanatti na buusi.
هُنَاكَ أَقْصِدُ شُبَّاكَ الرَّسُولِ لِكَي    
أَسْتَغْفِرُ اللهَ حَيْثُ الذَّنْبُ يُغْتَفَرُ
Achitti foddaa Ergamichaa bira nan deema
Rabbitti araarama kadhachuuf, iddoo cubbuun itti dhiifamu.
عَلَيْكَ صَلَاةُ اللهِ مَا تُلِيَتْ    
فِي حَفْلِ مِيلادِكَ الآياتُ والسُوَرُ
Rahmanni Rabbii sirra haa jiraatu, yeroo dubbifaman
Sagantaa dhaloota kee keessatti aayatootaa fi suurawwan.
والآلِ والصَحْبِ وَالأَتْبَاعِ قَاطِبَةً
والغَوثِ والقطبِ والأحبَابِ إذْ حَضَرُوا
Maatii, saahibootaa fi hordoftoota hunda irratti
Gawsii, Qutbii fi jaallattoota dhuufan irrattis.