حُبُّ الْحُسَيْنْ
Jaalala Huseen
Om
حُبُّ الْحُسَيْنْ وَسِيلَةُ الْسُّعَدَاءِ
وَضِيَاؤُهُ قَدْ عَمَّ فِي الْأَرْجَاءِ
Jaalalli Husayn karaa warra gammachuu dhugaa argateeti
Ifni isaas golee addunyaa hundumaa keessatti babal'ateera
سِبْطٌ تَفَرَّعَ مِنْهُ نَسْلُ الْمُصْطَفَى
وَأَضَاءَ مِصْرْ بِوَجْهِهِ الْوَضَّاءِ
Inni sanyii kabajamaa kan Filatamaa irraa dhalate
Masriis ifa fuula isaa calaqqisaa sanaan ibseera
فَهُوَ الْكَرِيمْ اِبْنُ الْكَرِيمْ
وَجَدُّهُ خَيْرُ الْأَنَامْ وَسَيِّدُ الْشُّفَعَاءِ
Inni arjaa kabajamaa ilma arjaati
Akaakayyuun isaas irra caalaa uumamaa fi dura bu'aa shafii'otaati