اَلْهِجْرَةُ رِحْلَةُ هَادِيْنَا
Hijraan Imala Qajeelchaa Keenyaati
Om
Om
اَلْهِجْرَةُ رِحْلَةُ هَادِيْنَا
حَمَلَ الْإِسْلَامَ لَنَا دِيْنَا
Godaansi imala qajeelchaa keenyaati
Islaamummaa nuuf baate amantii keenya godhee
فَسَلَامُ اللّٰهِ عَلَی الْهَادِيْ
وَالْكَوْنُ يُرَدِّدُ آمِيْنَا
Nageenyi Rabbii qajeelchaa irra haa jiraatu
Uumamni hundis "Aamiin" jedhee deebisa
رَحَلَ الْصِّدِّيقُ عَنِ الْدَّارِ
فِی صَحْبَةِ خَيْرِ الْأَبْرَارِ
Siddiiq mana isaa irraa ba'e
Filatamaa warra gaarii waliin
صَلَوَاتُ اللّٓهِ تُبَارِکُهُ
مَلَأَ الْدُّنْيَا بِالْأَنْوَارِ
Rahmanni Rabbii isa haa eebbisu
Addunyaa ifa calaqqisuun guute
اَللّٰهُ تَكَفَّلَ يَحْمِيْهِ
وَعَلِيٌّ أَصْبَحَ يَفْدِيْهِ
Allaah isa eeguu irratti itti gaafatame
Aliyyiis lubbuu isaa isaaf kenne
وَبِسِرِّ الْقَوْمِ الْأَشْرَارِ
بِنْتُ الْصِّدِّيْقِ تُوَافِيْهِ
Iccitii warra hamootaa saniin
Intalli Siddiiq isa qunnamaa turte
وَصَلَ الْمُخْتَارُ إِلَی طَيْبَةْ
وَ الْكُفْرُ تَرَاجَع فِی خَيْبَةْ
Filatamaan Xayibah ga'e
Kaafirriis hoonga'ee duubatti deebi'e
وَ جُنُوْدُ اللّٰهِ تُحِيْطُ بِهِ
مِنْ نُوْرِ الْاِسْلَامِ الْهَيْبَة
Loltoonni Allaah isa marsu
Ulfina ifa Islaamummaa irraa ta'een
بِالْرُّوْحِ سَنَحْمِی الْمُخْتَارا
وَ نُقَاتِلْ عَنْهُ الْكُفَّارا
Lubbuun keenyaan Filatamaa ni eegna
Kaafirootas isaaf jennee ni lalla
عَهْدًا لِلّٰـهِ نُبَايِعُهُ
جُنْدًا لِلّٰـهِ وَ اَنْصَارا
Kakuu Allaahf waadaa galla
Loltoota Allaah fi gargaartota taanee