يَا أَجْمَلَ الْأَنْبِيَاء
Oh Most Beautiful of Prophets
Om
يَا أَجْمَلَ الْأَنْبِيَاء
يَا أَكْمَلَ الْأَصْفِيَاء
Yaa bareedduu nabiyyootaa
Yaa guutuu filatamtootaa
يَا خَاتَمَ الرُّسْلِ مَا
أَحْلَاكَ فِي قَلْبِي
Yaa xumura ergamtootaa
Qalbiikoo keessatti akkam mi'oofta!
يَا ذَا الَّذِي نُسْخَةُ
الْأَكْوَانِ فِيْكَ مَطْوِيَّ
Yaa isa guduunfaan uumamaa
Si keessatti dacha'ee jiru
عَطِيَّةٌ أَزَلِيَّة
Kennaa bara baraan turu
أَنْتَ الَّذِي أُعْطِيتَ
الشَّفَاعَةَ الْوَافِيَّة
Si'i kan siif kenname
Shafaa'aa guutuu san
وَ الْخَلْقُ حِينَئِذٍ
يَلْتَمِسُونَ الْأَنْبِيَاءْ
Yeroo san uumamni hundi
Nabiyyoota barbaadu
ثُمَّ يُقَالُ لِلْأَنَامْ
قَدْ نِلْتُمُ الْأُمْنِيَّة
Sana booda uumamaaf jedhama
Hawwii keessan bira geessaniittu
أَلَا اقْصِدُوْا مُحَمَّدًا
بَابَ الْإِلَهِ الْعَالِيَ
Gara Muhammad deemaa
Balbala Gooftaa ol-aanaa
آيَاتُهُ شَافِيَة
Milkiwwan isaa qoricha
وَهُوَ الْمُعَدُّ لَهَا
وَ ذُوَ الْثَنَاءِ الْوَافِيَ
Isatu isheedhaaf qophaa'e
Isatu faaruu guutuu qaba
ثُمَّ يُنَادِي سَاجِدًا
يَا رَبِّ جُدْ رَاضِيَـا
Sana booda sujuudaan lallaba
"Yaa Gooftaa koo arjoomi nuun gammadi"
يُنَادِي اشْفَعْ يَا حَبِيْبِ
يَا صَفْوَةَ الْأَصْفِيَاءْ
Ni lallaba: "Shafaa'i yaa jaalatamaa
Yaa filatamaa filatamtootaa"
وَسَلْ تُعْطَى مَا تَرُوْم
وَلَا تَدَعْ عَاصِيَا
"Kadhadhu ni kennamaafii
Cubbuu-harkisoo tokko hin dhiisin"
يَا صَفْوَةَ الْأَصْفِيَاءْ
Yaa filatamaa filatamtootaa
صَلُّوْا عَلَى مَنْ عَلَا
فَوْقَ السَّمَا رَاقِيَا
Salawaata buusaa isa ol-ba'eef
Samiiwwan gubbaa kan ol-fageesse
هذَا حَبِيْبٌ غَدًا
عَنَّا العَنَـا مَـاحِيَا
Kun jaalatamaadha boru
Rakkoo hunda kan nurraa haqu
يَا رَبَّنَا عَطَّفْ عَلَيْنَا
قَلْبَهُ الزَّاكِيَا
Yaa Gooftaa keenya nuuf lallabsi
Onnee isaa ishee qulqulluu
وَاخْتِمْ لَنَا خِتَامَ مِسْكٍ
يَا مُجِيْبَ الدَّاعِيَا
Xumura keenya miskiin nuuf xumuri
Yaa deebii kennaa kadhattootaa
بِالْأَسْرَارِ الذَّاتِـيـــة
Icciitiiwwan qaama keetiitiin