هَذَا الْمَقَامُ الَّذِي لَاذَتْ بِهِ الْأُمَمُ
Kun bakka saboonni itti dahataniidha.
Om
هَذَا الْمَقَامُ الَّذِي لَاذَتْ بِهِ الْأُمَمُ
وَأَذْعَنَتْ لِعُلَاهُ الْعُرْبُ وَالْعَجَمُ
Kun sadarkaa sabaa fi sablammiin itti baqatu
kan Arabniifi alagaan ol-aantummaa isaaf bitaman
هَذَا مَقَامُ رَسُولِ اللَّهْ أَكْرَمُ مَنْ
جَاءَتْهُ مِنْ رَبِّهِ الْأَحْكَامُ وَالْحِكَمُ
Kun bakka Ergamaa Rabbiiti, isa hunda caalaa kabajamaa
kan seerrii fi ogummaan Gooftaa isaa biraa itti dhufan
هَذَا مُحَمَّدُ الْهَادِي الَّذِي مُحِيَتْ
عَنَّا بِنُورِ هُدَاهُ الْظُّلْمُ وَ الْظُّلَمُ
Kun Muhammad qajeelchaa dha, isa ifa qajeelcha isaatiin
dukkanniifi jal’inni nurraa haqaman
هَذَا الَّذِي قَدْ سَمَا فَوْقَ الْسَّمَا
إِلَى مَقَامِ عِزٍّ تَنَاهَتْ دُونَهُ الْأُمَمُ
Kun isa samiiwwan hunda gubbaa ol-fagatti ba’e
gara sadarkaa ulfinaa kan ummatoonni bira gahuu hin dandeenyetti
يَا سَيِّدِي يَا رَسُولَ اللَّهْ يَا أَمَلِي
يَا مَنْ أَلُوذُ بِهِ إِنْ زَلَّتِ الْقَدَمُ
Yaa gooftaa koo, yaa ergamaa Rabbii, yaa abdii koo
yaa isa yoo miilli koo mucucaatte sitti hirkadhu
بِكَ اهْتَدَيْتُ إِلَى الْإِيمَانِ فَاتَّصَلَتْ
بِذَاكَ عِنْدِي مِنْ أَفْضَالِكَ الْنِّعَمُ
Siin amantiitti qajeeladhe, kanaanis
tola kee irraa ni’imaa fi kennaan na dhaqqabe
صَلَّى عَلَيْكَ إِلَهُ الْخَلْقِ مَا سَجَعَتْ
وَرْقٌ وَمَا هَطَلَتْ مِنْ سُحْبِهَا دِيَمُ
Uumaan uumamaa sirratti haa buusu rahmata
hamma guungumni guungumtuu fi hamma roobni duumessaa roobutti