حَبِيبِي يَا رَسُولَ الله
Jaallatamaa koo Yaa Ergamtoota Rabbii
Om
Om
حَبِيبِي يَا رَسُولَ الله
طَبِيبِي يَا حَبِيبَ الله
Jaallatako, Yaa Ergamaa Rabbii
Fayyisaa koo, Yaa Ergamaa Rabbii
مُحَمَّدْ نُورُ عَرْشِ الله
حَبِيبِي خَيْرُ خَلْقِ الله
Muhammad, Ifa Teessoo Rabbii
Jaallatako, Filatamaa Uumaa Rabbii
لِطَيْبَةْ سَارَتِ الرُكْبَان
لِطَيْبَةْ القَلْبُ وَلْهَان
Taybaa (Madiinaa) dhaaf, karawwan imalan,
Taybaa (Madiinaa) dhaaf, onneen koo, hawwii keessa dhedheessaa, fiigaa
لِطَيْبَة لِلنَبِي العَدْنَان
سَاكِنْهَا حِبِّ رَسُولِ الله
Taybaa dhaaf, Nabii—sanyii Adnaan,
Jiraataa ishee Ergamaa Rabbii Jaallatamaa
حَبِيبِي يَا رَسُولَ الله
طَبِيبِي يَا حَبِيبَ الله
Jaallatako, Yaa Ergamaa Rabbii
Fayyisaa koo, Yaa Ergamaa Rabbii
مُحَمَّدْ نُورُ عَرْشِ الله
حَبِيبِي خَيْرُ خَلْقِ الله
Muhammad, Ifa Teessoo Rabbii
Jaallatako, Filatamaa Uumaa Rabbii
حَيَاتِي مِنْ وِصَالِكُم
مَمَاتِي مِنْ فِرَاقِكُم
Jireenyi koo walitti hidhamiinsa Keessan irraa
Duuti koo addaan fagaachuu Keessan irraa
وَرُوحِي هِي فِدَائُكُم
شَفَاعَةْ يا رَسُولَ الله
Lubbuun koo Keessanif fidaa ta’u
Araara!! Yaa Ergamaa Rabbii!!
حَبِيبِي يَا رَسُولَ الله
طَبِيبِي يَا حَبِيبَ الله
Jaallatako, Yaa Ergamaa Rabbii
Fayyisaa koo, Yaa Ergamaa Rabbii
مُحَمَّدْ نُورُ عَرْشِ الله
حَبِيبِي خَيْرُ خَلْقِ الله
Muhammad, Ifa Teessoo Rabbii
Jaallatako, Filatamaa Uumaa Rabbii
فُؤَادِي لِلنَّبِي مُشْتَاق
وَبْرُوحِي تَلْتَهِبْ الأَشْوَاق
Onneen koo Nabii (jaalala gubaa) hawwa
Fi lubbuun koo, hawwiin gubaa ka’a
مُنَـيَـاي أَلْزَمِ الشُبَّاك
وأُنَادِي يَا حَبِيبَ الله
Fedhii koo qofa: Kutaa Eebbifamaa (Nabii) qabachuu
fi Waamuu: "Yaa Jaallatamaa Rabbii!!"
حَبِيبِي يَا رَسُولَ الله
طَبِيبِي يَا حَبِيبَ الله
Jaallatako, Yaa Ergamaa Rabbii
Fayyisaa koo, Yaa Ergamaa Rabbii
مُحَمَّدْ نُورُ عَرْشِ الله
حَبِيبِي خَيْرُ خَلْقِ الله
Muhammad, Ifa Teessoo Rabbii
Jaallatako, Filatamaa Uumaa Rabbii
حَبِيبِي يَا أَبَا الزَّاهْرَ
طَبِيبِي نَرْتَجِى نَظْرَةْ
Yaa Jaallatako--Yaa Abbaa Zahraa (Sayyida Faaximaa)
Yaa Fayyisaa koo--Gammachuu Keessan hawwina
مُحَمَّدْ يا أَبا الزَّاهْرَ
دَخِيلَكْ يا رَسُولَ الله
Yaa Muhammad!! Yaa Abbaa Zahraa
Kadhadha eeggumsa keessan--Yaa Ergamaa Rabbii!!
حَبِيبِي يَا رَسُولَ الله
طَبِيبِي يَا حَبِيبَ الله
Jaallatako, Yaa Ergamaa Rabbii
Fayyisaa koo, Yaa Ergamaa Rabbii
مُحَمَّدْ نُورُ عَرْشِ الله
حَبِيبِي خَيْرُ خَلْقِ الله
Muhammad, Ifa Teessoo Rabbii
Jaallatako, Filatamaa Uumaa Rabbii
مُحَمَّدْ يَا أَبَا القَاسِم
طَبِيبِي إِنَّنِي هَائِم
Yaa Muhammad--Yaa Abbaa Qaasim
Yaa Fayyisaa koo! Jaalala keessa dhedheessaa
مُحَّمَدْ حُبُّكُم لَازِم
شَفَاعَةْ يا رَسُولَ الله
Muhammad--Jaalalli keessan barbaachisaa natti ta’e
Araara!! Yaa Ergamaa Rabbii!!