Om
حَسْنَاءُ تُرْبِعُنَا
دَوْمًا وَتَعْرِفُنَا
Bareedduu nu badhaastu
Yoomiyyuu kan nu beektu
حَلَّتْ لِتَمْنَحَنَا
عَدْلًا وَإِحْسَانَا
Nuuf qubatte nuuf kennuuf
Haqumaa fi tolaa gaarii
مِنْ قُدْرَةٍ شَرُفَتْ
مَيْمُونَةٌ عُرِفَتْ
Humna kabajamaa irraa
Eebbifamtuu beekamtuu taate
بِالْحُسْنِ قَدْ وُصِفَتْ
سِرًّا وَإِعْلَانَا
Bareedinaan kan ibsamte
Dhoksaafi ifattis mul'atte
تَكَامَلَتْ أَلَقَا
خَلْقًا حَكَى خُلُقَا
Ifaan guutamte calaqqisni
Uumamaan amala isaa fakkaatuun
وَالْكُلُّ مُتَّسِقا
مِنْهُ الْضِّيَا بَانَا
Hunduu kan wal simate
Calaqqisni isaa irraa mul'ate
رَاقَتْ مَشَارِبُهَا
نِيلَتْ مَطَالِبُهَا
Maddi ishee mi’aayeera
Hawwiin ishee dhufeera
صَارَتْ مَنَاقِبُهَا
لِلْفَخْرِ كَيْوَانَا
Amalli ishee ta'eera
Boonaaf akka urjii Kaywaanii
عَمَّتْ مَآثِرُهَا
سَارَتْ بَشَائِرُهَا
Seenaan ishee babal'ate
Gammachuun ishee deeme
تَهْدِي خَوَاطِرُهَا
الْأَرْوَاحَ إِيقَانَا
Yaada ishee qajeelcha
Lubbuuwwan amantiitti dammaqsa
فِي وَصْفِهِ عِبَرٌ
لَمْ يَحْكِهَا بَشَرٌ
Ibsa isaa keessa barnootatu jira
Kan namni kamiyyuu hin himne
وَالْكُلُّ مُنْبَهِرٌ
مَا انْفَكَّ هَيْمَانَا
Hunduu kan dinqisiifatu
Inni jaalalaan maraate hin deebi'u
فَقَامَةٌ رَبْعَةْ
كَمَا تَرَى طَبْعَهْ
Dhaabbanni isaa giddu-galeessa
Akka uumama isaa argitutti
تَفُوقُ بِالطَّلْعَهْ
مَنْ طَالَ سِيقَانَا
Mul'ata isaan caala
Warra miila dheeraa qaban hunda
فِي وَجْهِهِ قَمَرٌ
فِي ثَغْرِهِ دُرَرٌ
Fuula isaa keessa ji'atu jira
Afaan isaa keessa luluun jira
فِي نُطْقِهِ خَفَرٌ
بِالْصَّمْتِ قَدْ زَانَا
Dubbii isaa keessa saalfachuutu jira
Cal'isuun isaa isa bareesse
وَجَبْهَةٌ عَرُضَتْ
لِلَّهِ قَدْ خُفِضَتْ
Adda bal'aa qaba
Kan Rabbii qofaaf gad-jedhu
وَبِالْنُّهَى نَهَضَتْ
عِزًّا وَعِرْفَانَا
Beekumsaan ol ka'e
Kabajaa fi hubannoo guddaan
فِي وَجْهِهِ بَلَجٌ
فِي عَيْنِهِ دَعَجٌ
Fuula isaa keessa ifatu jira
Ija isaa keessa gurraachina bareedaa
فِي حَاجِبٍ زَجَجٌ
بِالْحُسْنِ مُزْدَانَا
Nyaara qalloo dheeraa qaba
Bareedinaan kan faayame
إِنْ رِيءَ يَتْبَعُهُ
نُورًا يُزَامِنُهُ
Yoo argame kan hordofamu
Ifaan yoomuu isa waliin deemu
فَالْأَنْفُ مَارِنُهُ
أَقْنَى وَحِدْبَانَا
Funyaan isaa ol-ka'aa dha
Qajeelaafi giddu-galeessa ta'ee
وَثَغْرُهُ ضَلِعٌ
وَالْصَّدْرُ مُتَّسِعٌ
Afaan isaa bal'aa dha
Qonni isaas bal'aa uumame
وَالْبَطْنُ مُرْتَجِعٌ
بِالْصَّدْرِ خَمْصَانَا
Garaan isaa wal-qixa
Qoma isaa waliin wal-qixxeessa
وَالْوَجْهُ دُرِّيٌّ
وَالْلَّوْنُ وَرْدِيٌّ
Fuulli isaa akka calaqqee urjiiti
Halluun isaa akka dirmamuuti
وَالْرُّوحُ نُورِيٌّ
أَضَاءَ أَكْوَانَا
Ruuhii ifa irraa ta'e qaba
Addunyaa hunda kan ibse
ضَخْمُ الْكَرَادِيسِ
زَاكِي الْأَحَاسِيسِ
Buusiin isaa gurguddaa dha
Miirri isaa qulqulluu dha
فَرْدُ الْنَّوَامِيسِ
مَا مِثْلُهُ كَانَا
Seera keessatti tokkicha
Kan akka isaa hin jirre yoomuu
أَكْحَلُ أَجْفَانٍ
أَشْنَبُ أَسْنَانٍ
Ija kuluu uumamaa qaba
Ilkaan calaqqisaa qaba
حَبَّاتُ رُمَّانٍ
هَلْ رَيْتَ رُمَّانَا
Akka ija rumaanaati
Rumaana akkasii takkaa argitee?
وَلِحْيَةٌ كَثَّا
تَنَاسَقَتْ بَثَّا
Areeda furdaa qaba
Kan sirriitti wal-fakaatu
وَجُمَّةٌ أَثَّا
لَمْ تَعْدُ آذَانَا
Rifeensa mataa furdaa
Kan gurra isaa hin dabarre
بَدْرُ الْدُّجَى فَمُهُ
إِنْ رِيءَ مَبْسَمُهُ
Afaan isaa akka ji'a dukkanaati
Yoo seeqni isaa argame
وَالْكُلُّ مَنْسَمُهُ
بَرًّا وَخُلْجَانَا
Hunduu karaa isaa hordofa
Dachii fi galaana keessatti
فَالْرَّحْمُ وَاصِلُهُ
وَالْكَلُّ حَامِلُهُ
Fira kan fufu dha
Kan dadhabaa hunda baatu dha
وَالْخَيْرُ فَاعِلُهُ
سِرًّا وَإِعْلَانَا
Tooftaa gaarii hojjataa dha
Dhoksaafi ifattis beekamaa
فِي الْخَلْقِ هَيْبَتُهُ
فِي الْحَقِّ غَيْبَتُهُ
Uumama keessatti sodaan isaa jira
Dhugaa keessatti baduun isaa
تَفُوقُ طِيبَتُهُ
جِنًّا وَإِنْسَانَا
Gaarummaan isaa ni caala
Jinniifi nama hunda irra
وَحَبْلُ سُرَّتِهِ
مِنْ حُسْنِ غُرَّتِهِ
Funyoon handhuura isaa
Bareedina ifa isaa irraa
مَا مِثْلُ نَظْرَتِهِ
عِزًّا وَإِيْمَانَا
Akka ilaalcha isaa hin jiru
Kabajaa fi amantii keessatti
قَدْ دَقَّ مَسْرُبَةً
وَفَاقَ مَرْتَبَةً
Rifeensa qalloo qaba
Sadarkaan isaa ol ka’eera
وَعَزَّ مَنْقَبَةً
سَادَ الْوَرَى شَانَا
Seenaan isaa kabajamaa dha
Uumama hunda irra caale
قَلِيلُ لَحْمِ عَقِبْ
وَالْصَّدْرُ مِنْهُ رَحِبْ
Faana miilaa qallaa qaba
Qonni isaa immoo bal'aadha
فَصْلَ الْخِطَابِ وُهِبْ
فَفَاقَ سَحْبَانَا
Dubbii murteessaa kennameef
Sahbaan irra caale dandeettiin
كَالْمِسْكِ فِي هَبَبٍ
يَنْحَطُّ مِنْ صَبَبٍ
Akka shittoo miskiiti
Bakka ol-ka'aa irraa gad-ya'u
يُنْسِي أَخَا تَعَبٍ
أَهْلًا وَبُلْدَانَا
Nama dadhabe ni dagachiisa
Maatii fi biyya isaa hunda
فَحُبُّهُ إِيمَانْ
وَبُغْضُهُ كُفْرَانْ
Jaalalli isaa amantiidha
Jibbi isaa kafrummaa dha
يَا وَيْلَ مَنْ قَدْ شَانْ
فِي الْمَدْحِ إِنْسَانَا
Waa'ee nama sanaaf
Kan nama caalu kana xiqqeessu
يَا رَبِّ أَسْعِدْنَا
بِنُورِهِ عِدْنَا
Yaarabbi nu gammachiisi
Ifa isaatiin nu deebisi
حَتَّى نَرَى الْحُسْنَى
دُنْيَا وَأُخْرَانَا
Hamma gaarii arginuutti
Addunyaa fi aakhiratti
صَلَّى وَسَلَّمَ مَنْ
أَوْلَى الْوَرَى مِنَنَا
Nageenyi fi rahamanni haa jiraatu
Kan uumamaaf tola oole irraa
عَلَى الْنَّبِيِّ زَمَنَا
رَبٌّ عَلَا شَانَا
Nabiyyii irratti yeroo hunda
Gooftaa sadarkaan isaa ol-ka'e irraa
كَذَلِكَ الْزَّهْرَا
وَأُمِّهَا الْغَرَّا
Akkasumas Zahraa irratti
Fi haadha ishee ishee bareedduu
وَآلِهِمْ طُرَّا
مَا الْبَدْرُ نَاغَانَا
Maatii isaanii hunda irratti
Hamma ji'i nuun haasawutti