قِفْ وَاسْتَمِعْنِي يَا نَدِيمْ
Dhaabbadhuu na dhaggeeffadhu yaa michuu
Om
قِفْ وَاسْتَمِعْنِي يَا نَدِيمْ
قَوْلًا بِمَعْنَاهُ أَهِيمْ
Dhaabbadhu na dhagayi yaa michuu koo
Jecha hiika isaan maraadhu
حَمَلَتْ بِأَحْمَدَ أُمُّهُ
وَالْسَّعْدُ كَانَ لَهَا خَدِيمْ
Haati isaa Ahmadiin ulfoofte
Milkii fi carraan isheedhaaf tajaajilaa ta'e
حَمَلَتْ بِأَزْكَى الْأَنْبِيَاءْ
نَسَبًا وَهَنَّاهَا الْكَرِيمْ
Nabiyyoota keessaa isa qulqulluu baatte
Hiddaan, Kan Arjaa (Rabbiin) ishee gammachiise
نَالَتْ بِهِ كُلَّ الْمُنَى
وَالْمَجْدِ وَالْعِزِّ الْمُقِيمْ
Isaan hawwii ishee hunda argatte
Ulfinaa fi kabaja waaraa
يَا فَوْزَهَا بِالْمُصْطَفَى
حَازَتْ بِهِ الْشَّرَفَ الْعَظِيمْ
Milkii ishee kan Filatamaa kanaan
Isaan ulfina guddaa gonfatte
بُشْرَاكِ آمِنَةَ الْرِّضَى
بِمُحَمَّدٍ عَيْنِ الْنَّعِيمْ
Gammachuun siif haa ta'u yaa Aaminaa jaallatamtuu
Muhammadin kan madda qananii ta'een