حَيُّوا الْهَادِي بِأَجْمَلَ ذِكْرَى
Qajeelchaa Yaadannoo Bareedduun Nagaa Gaafadhaa
Om
حَيُّوا الْهَادِي بِأَجْمَلَ ذِكْرَى
صَلُّوا مَعَنَا يَا حُضَّارْ
Qajeelchaa faaruu bareedduun nagaa gaafadhaa
Nu wajjin salawaata buusaa yaa warra as jirtan
فَهُوَ عِمَادِي يَوْمَ الْمَعَادِ
نَبِيُّنَا طٰهَ الْمُخْتَارْ
Inni Guyyaa Qiyaamaa utubaa kooti
Nabiyyii keenya Xaahaa isa filatamaa
صَلُّوا مَعَنَا
Nu wajjin salawaata buusaa
هٰذَا الَّذِي سَرَى لَيْلًا
ثُمَّ دَنَا فَتَدَلَّى
Kun isa halkan keessa imale
Sana boodas dhiyaatee gadi bu'e
وَهُوَ بِالْأُفُقِ الْأَعْلَى
حَبَاهُ الْوَاحِدُ الْسَّتَّارْ
Inni bantii waaqaa isa ol’aanaa irra utuu jiruu
Tokkichii fi Haguugaan kennaa isaaf kenne
فَهُوَ عِمَادِي يَوْمَ الْمَعَادِ
نَبِيُّنَا طٰهَ الْمُخْتَارْ
Inni Guyyaa Qiyaamaa utubaa kooti
Nabiyyii keenya Xaahaa isa filatamaa
صَلُّوا مَعَنَا
Nu wajjin salawaata buusaa
عَلَى الْعَرْشِ رَقَى الْجَمِيلْ
وَكَلَّمَهُ الْمَوْلَى الْجَلِيلْ
Bareedaan sun Arshii irratti ol ba’e
Gooftaan Guddichi isatti dubbate
وَقَالَ أَبْشِرْ يَا خَلِيلْ
شَفَاعَتُكَ لِمَنْ تَخْتَارْ
Gammadi yaa jaallatamaa koo jedheen
Manguddummaan kee nama ati filatteefi
فَهُوَ عِمَادِي يَوْمَ الْمَعَادِ
نَبِيُّنَا طٰهَ الْمُخْتَارْ
Inni Guyyaa Qiyaamaa utubaa kooti
Nabiyyii keenya Xaahaa isa filatamaa
صَلُّوا مَعَنَا
Nu wajjin salawaata buusaa
صَلَّى مَوْلَانَا عَلَيْهْ
وَالْآلِ وَالصَّحْبِ لَدَيْهْ
Gooftaan keenya isatti salawaata haa buusu
Maatii fi Sahabbottan isa bira jiran irrattis
مَنْ جَاهَدُوا بَيْنَ يَدَيْهْ
وَنَوَّرُوا لَنَا الْأَفْكَارْ
Warra fuula isaa duraatti qabsaa'an
Warra yaada keenya nuuf ibsan
فَهُوَ عِمَادِي يَوْمَ الْمَعَادِ
نَبِيُّنَا طٰهَ الْمُخْتَارْ
Inni Guyyaa Qiyaamaa utubaa kooti
Nabiyyii keenya Xaahaa isa filatamaa
صَلُّوا مَعَنَا
Nu wajjin salawaata buusaa