صَلَّى عَلَيْكَ اللَّهُ يَا عَدْنَانِ
Allaah nageenya sirra haa buusu yaa Adnaan
Om
صَلَّى عَلَيْكَ اللَّهُ يَا عَدْنَانِ
يَا مُصْطَفَى يَا صَفْوَةَ الْرَّحْمَٰنِ
Eebbi Rabbii sirra haa jiraatu yaa sanyii Adnaan
Yaa Musxafaa yaa filatamaa Ar-Rahmaan
الْحَمْدُ لِلَّهِ الَّذِي أَعْطَانِي
هَذَا الْغُلَامَ الْطَّيِّبَ الْأَرْدَانِ
Galanni kan Rabbii isa anaaf kenneeti
Mucaa qulqulluu fi foolii gaarii qabu kana
قَدْ سَادَ فِي الْمَهْدِ عَلَى الْغِلْمَانِ
أُعِيذُهُ بِالْبَيْتِ ذِي الْأَرْكَانِ
Inni ciisicha keessatti ijoollee hunda caaleera
Mana utubaa qabuun (Ka’abaan) isatti maganfadha
حَتَّى أَرَاهُ بَالِغَ الْبُنْيَانِ
أَنْتَ الَّذِي سُمِّيتَ فِي الْقُرْآنِ
Hamma ani guddatee qaama guutuun isa argutti
Sumadha kan maqaan kee Qur’aana keessatti dhufe
أَحْمَدُ مَكْتُوبٌ عَلَى الْجِنَانِ
صَلَّى عَلَيْكَ اللَّهُ فِي الْأَحْيَانْ
Maqaan Ahmad jannata irratti barreeffameera
Rabbiin yeroo hunda eebba sirra haa buusu
أَحْمَدُهُ فِي الْسِّرِّ وَالْإِعَلْأَنِ
حَقًّا عَلَى الْإِسْلَامِ وَالْإِيمَانِ
Dhoksaas ta’ee mul’atti Rabbii nan galateeffadha
Dhugumatti Islaamummaa fi Iimaana irratti
يَا رَبَّنَا بِالْمُصْطَفَى الْعَدْنَانِ
اغْفِرْ ذُنُوبِي ثُمَّ أَصْلِحْ شَأْنِي
Yaa Gooftaa keenya kabaja Musxafaa Adnaaniitiin
Cubbuu kiyya naaf maari haala kiyyas naaf tolchi