عَلَيْكَ صَلَّى اللهْ يَا خَيْرَ خَلْقِ اللهْ
Rahmanni Rabbii sirra haa jiraatu, yaa caalaa uumama Rabbii.
Om
Om
عَلَيْكَ صَلَّى اللهْ يَا خَيْرَ خَلْقِ اللهْ
وَالْآلِ وَالْأَصْحَابْ وَالْقَوْمِ أَهْلِ اللهْ
يَا كَعْبَةَ الْأَسْرَارْ وَمَنْبَعِ الْأَنْوَارْ
بِالْعَزْمِ يَا مُخْتَارْ أَيَّدْتَ دِينَ اللهْ
Yaa ka’ibaa iccitiiwwanii fi burqaa ifaawwanii
Murannoo keetiin yaa filatamaa amantii Rabbii gargaarte
فِدَاؤُكَ الْأَرْوَاحْ وَمِثْلُهَا الْأَشْبَاحْ
يَا خِيِرَةَ الْفَتَّاحْ مِنْ أَنْبِيَاءِ اللهْ
Lubbuun siif wareegama, qaamnis akkasuma
Yaa filatamaa isa Banamaa (Al-Fattah) nabiyyoota Rabbii keessaa
يَا مَنْ لَهُ الْبُرْهَانْ وَخُلْقُهُ الْقُرْآنْ
مَا كَانَتِ الْأَكْوَانْ وَحَقِّهِ لَوْلَاهْ
Yaa isa ragaa ifaa qabuu fi amalli isaa Qur’aana ta'e
Haqa isaatiin otoo ati jiraachuu baattee uumamni hin jiru ture
لِوَاؤُكَ الْمَرْفُوعْ وَقَوْلُكَ الْمَسْمُوعْ
وَحُبُّكَ الْمَطْبُوعْ فِي مُهْجَةِ الْأَوَّاهْ
Alaabaan kee ol kaafamaadha, dubbiin kees kan dhaga'amuudha
Jaalalli kees onnee warra siif dharra’u hunda keessatti kan bocameedha
نَدْعُوكَ بِالسِّبْطَيْنْ لِكَشْفِ هَذَا الْغَيْمْ
يَا مَلْجَأَ الْكَوْنَيْنْ بِالْخَطْبِ بَعْدَ اللهْ
Akka duumessi rakkinaa kun saaqamuuf ilmaan ilma kee lammanyiin si waamna
Yaa bakka baqataa uumama lamaanii rakkina keessatti Rabbitti aansee
هَا أَنْتَ فِي الْمَحْشَرْ مُؤَيَّدُ الْمَظْهَرْ
فَكُلَّمَا تُذْكَرْ عَلَيْكَ صَلَّى اللهْ
Kunoo ati guyyaa mahsharaa deggersa mul'ataa qabda
Kanaaf yeroo hunda yommuu ati yaadatamu Rahmanni Rabbii sirra haa jiraatu